Gatiin kee qarshii baankii keessa jiruun,hojii ati hojjattuun ,ykn yaada namoota birootin waan madaalamu sitting fakkaataa? Addunyaa yeroo hundumaa milkaa'ummaa Kenyan numadaaltu kana keessatti,eenyummaa eenyummaa Kenya is a dhugaa argachuu qabna.
"Kitaaba gatiin kee meeqa jedhu kanaan barreessaa Darajjee Beekaa eenyummaa kee is a dhugaa fi gatiikee akka beektuuf karaa siif saaqa. Kitaaba kana keessatti
>>Dhugaa waa'ee eenyummaa keetii sibarsiisu
>>maalif yeroonkee fi sammuun kee is a hunda caalu akka ta'e
>>dandeettii kee fi kennaa addaa sikeessa jiru akkamitti akka mul'istu
>>sodaa fi of tuffachuu keessaa ba'uudhaan akkamitti jireenya mo'ichaa akka jiraattu sit I argisiisa.